Genesis 31:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Horiini Waaqi abba keenna iraa fuud'e ch'uftinu ya keennafi ka ijoolle teenna tahe. Amma waan Waaqi siini jed'e ch'ufa tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf horiin Rabbi abbaa keenna irraa fuudhe maruu keennaa fi ka ijoollee teennaati; amma ka'iitii waan Rabbi siin jedhe maraa godhi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri Waaqi abbaa keenna irraa fuudhe tun marti teennaa fi ta ijoollee teennaa ti; tanaaf waan Waaqi siin jedhe mara godhi» jedhaneen.