Genesis 31:18 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
horii ufii, mi'a mana ufii, horii hennaa laga lamaan jidduu jiru argate maraa qabatee gara biyya Kana'aanii ka Yisaaqii abbaa ufii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni horii ifii mara, meya qabu mara, horii Phaadaan-Aaram keessatti horate oofatee gara biyya Kana'aanii, gara abbaa ifii Yisihaqii dhaqiisaaf ka'e.