Genesis 31:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yakobooni kae ingodaaniini, gaafa toko Labaniini hooliye isaa dabassa woyaani mid'aasani iraa ch'iruu d'aqe, jennaani Raheliini mana abba seente waan harkaani mid'aasani ka aka Waaqa kad'atani duraa hatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Laabaan rifeensa hoolota ufii ciru'uuf deeme Raaheel waaqa sobaa ka harki namaa hojjate ka abbaa ufii hatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan rifeensa hoole'ee muriisa dhaqeeruun, Raahel waaqota abbaa ifii ka Laabaanii mana keessaa hatte.