Genesis 31:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waaro isaa gaara irati d'aabate, Labanileeni, jara isaa woliini, waaro lafa gaareeni ta Gileadi irati d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee gaara irra hulee Yaaqoob daasee itti ijaaratetti dhaqqabeen; Laabaanillee obboleewwan ufii woliin gaara Gala'aadii irratti daasee ijaaratee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Laabaan Yaaqoob dhaqqabe. Yaaqoob biyya koobittii sanitti dunkaana ifii dhaabate; Laabaanille Giil'aad biyya koobittii san keessatti fira ifii woliin dunkaana ifii dhaabate.