Genesis 31:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini waan Yakobooni jed'e, Atini maafi mala nati d'aate dubra tiyya, aka nad'eeni lola keesati boojiani, fuute itiini d'aabatte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maaf waan kana goote? na gantee dheessitee ijoollee tiyyallee akka waan woraanaan booji'amaniititti fudhattee deemte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan, «Ati na soddee, akka dubartoota lola keessatti booji'antee durra tiyya fudhattee baduun keeti maan godhuu keeti?