Genesis 31:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi daalloofte dubra tiyyafi akhakhowani tiyyale d'ungo na d'owarte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoollee tiyya ta dhiiraatii fi ta intalaa akka dhungadhu maaf natti hin himne? waan kana balleessiteerta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka ani akaakotaa fi durra tiyya sunqadhee nageya itti dhaamulle natti hin hinne. Wonni ati goote kun waan fokkisiisa'a.