Genesis 31:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dandae sila wo si tolcha, ammo edda Waaqi abba keeti waan naani jed'e, Waan hamtufi toltule tokole Yakobo intolchini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Silaa ani waan hamaa si irratti hojjachu'uuf hunna qaba; ammo kaleessa Waandhi abbaa keessan ‹Yaaqoobiin jecha hamaa akka itti hin dubbanne uf eegi› jedhee natti hime;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si miidhiisaaf hunna qabaayyu; halkan edaa ammoo Waaqi abbaa keetii natti dubbatee, ‹Waan hantuu Yaaqoobitti akka hin dubbanne, ifi eeggadhu!› naan jedhe.