Genesis 31:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Lafafi worra keesaa d'alatteti gali; anini si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi Yaaqoobiin « gara biyya abbeetii gara fira keetii deebi'i; ani si woliin ta'aa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Yaaqoobiin, «Gara lafa abbootii teetiitii fi fira keetii deebi'i. Ani si woliin hin jiraadha» jedhe.