Genesis 31:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka atini guddo worra keesaniti galu feetu imbeekha, ammo maafi waaqoota kiyya, ka anini manati kad'ad'u, hatte deemataani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee yoo mana abbeetii yaadde deemi; ammo waaqolee tiyya maaf hatte?› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ati gara biyya abbaa keetii deebi'iisaaf guddoo barbaadde ani hin beeka; ammoo waaqota kiyya maaf hatte?» jedhe.