Genesis 31:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nama tokole waaqoota tante ta atini baantu suni irati argani ha ijeesani. Kuno, fiit'a teenna tana durati waan ati kanke seetu barbaadi fud'ad'u jed'e. Yakobooni aka Raheliini waaqoota Labani hatte quba inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni waaqolee kee fuudhe ammo haa du'uu; wonti kee yoo na biratti argame obboleewwan teenna afo'otti soqii fudhadhu» jedhe. Yaaqoob akka Raaheel hatte waan hin beenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nu keessaa nami waaqota keeti fudhateeru yoo dhaggame ijjeefamuu ti. Firoota keenna dhugaa bayoota godhadhuutii, waan keeti mara ilaalladhuutii fudhadhu» jedheen. Yaaqoob akka Raahel waaqota Laabaanii hatteertu waan hin beenneef tana jedhe.