Genesis 31:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raheliini isa durati, ato inni ind'ufini, Waaqoota Labani taani fuute subba gaalaani fahani keesa keete ira teete. Labaniini waaro ch'ufa garagalche soqe, ammo woma keesaa d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaheel waaqa tolfamaa san fuutee kooraa gaalaa jalatti dhossitee irra teette; Laabaan daasee maraa keessa soqee womaa hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raahel waaqota mana keessaa fuutee kooraa gaalaa jalatti dhossitee irra teette. Laabaan dunkaana duudii keessa ilaale; ammoo waaqota ifii hin dhaggine.