Genesis 31:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni miira yakate waan jed'e, Anini ch'ubbu tami hojad'e, yokhaani seera kami ch'abse, ka atini aka nyaapa na reebdu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob Laaba'aan lolee, «Ani maali'iin si yakke? wonti ati hagana na ariiteef maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yaaqoob aaree, «Ani maan balleesse? Ati wonni na ariituuf, ani seera maan yakke?