Genesis 31:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini qabu ch'ufa ya sot'e, waan mana keeti ka bade maani agarte? Kuno, arma kayi, waan agarte fuula worra kiyyafi keeti dura, aka worri naafi sii nama d'uga qabu argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga meeshaa kiyya maraa keessa soxxe mi'a mana keetii maal argite? isaan nu lamaan jiddu'utti akka murteessan obboleewwan tiyyaa fi obboleewwan tee afoo nu dhiyeessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan qabu mara keessa ilaalteen duuba, waan keeti te'e maan dhaggite? Waan tokkolle yoo dhaggitee jiraatte, nu keessaa eentu sirrii akka te'e isaan akka muranuuf, as fira keetii fi fira kiyya dura keyi.