Genesis 31:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yakobooni qonqo gara Rahelifi Leani jirtuti erge waan jed'e, Arjaala fulla reeni jirtuti nati koota;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Yaaqoob Raaheelii fi Liyaa nama itti ergee gara hulee hoolonni jirtuu isaan waamee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yaaqoob gara Raaheliitii fi Liya'aa ergee, addee lafa hoolotii fi Re'ooti isaa jirtutti waansise.