Genesis 31:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna diddama ka nu woliini teenne ch'ufa anini akasuma gaargale. Ganna kud'ani afuri dubra teeti jed'e hojad'e, ammalle ganna jaa ree sii tisse. Kama anini waan kana ch'ufa si tolche, atini maro kud'ani waan anini argachuu male garagalchite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa diddamaa mana kee akkanumaan taa'e; woggaa kudha afurii waan ijoollee intalaa tee lamaaniitiif, woggaa jahaa hoolota tee argachu'uuf sii hojjadhe mindaa kiyya hennaa kudhan jijjiirte
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani woggaa diddama akka kanaan mana keeti keessa ture; woggaa kudhanii afur durra teeti lamaan fuudhiisaaf, woggaa jaa hoole'ee fi re'ee teeti dhaggatiisaaf tajaajile. Yennaa san keessatti ati mindaa kiyya yennaa kudhan jijjiirte.