Genesis 31:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra fiit'a isaa yaame, D'akha wolti guura jed'eeni, duuba worri wolti guure wolgubbaa naqe d'aatu suniti gololfatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob obboleewwan ufiitiin, «Dhagaa wolitti qabaa'a» jedhe; isaanillee dhagaa wolitti qabanii tuulaa dhagaa sanii irratti waa nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni firoota ifiitiin «Dhakaa wolitti qaba'a» jedhe; isaanille dhakaa wolitti qabanee tuulaneen duuba, tuulaa san biratti sagalee nyaatane.