Genesis 31:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Labaniini waan Yakobooni jed'e, D'akhaani wolti guurani kunini arra d'uga teenna taha, tanaafi fulla suni Galeedi jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee, «Tuulaan tun adha anaa fi si'i jiddu'utti ragaa taati» jedhe; kanaaf maqaan isi'ii Gala'aad jedhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan Yaaqoobiin, «Tuulaan dhaka'aa tun anaa fi si wodhakka'atti dhugaa baati» jedhe. Tanaaf addeen sun «Gaal-Ed» jedhante.