Genesis 31:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini aka abbaani keesani aka duri kaani nati dansa intahiini ya arge, ammo ha taatu, Waaqi abba kiyya taka na illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Fuulli abbaa keessanii anaaf akka duraaniitii miti; ammo Waandhi abbaa kiyyaa na woliin jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Abbaan keessan akka dur na jaalattu gara duraa akka na jaalataa hin jirre hubadheera. Waaqi abbaa kiyyaa ammoo na woliin jira.