Genesis 31:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Labaniini waan jed'e, Yo atini dubra tiyya hiyyoomsite, yokhaani nad'eeni d'ibi fuute, hojja anini achi injiraannele Waaqi quba nu qaba beekhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee tiyya yoo yakkite; isaan irratti intala biraa yoo fuute; nu woliin namni waan hin jirreef Rabbi anaa fi si'i jiddu'utti raga'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan itti dabalee, «Ati yoo durra tiyya rakkitte yookiin yoo dubartii dhibii fuute, eennulle nu woliin jiraachuu dhabulle, Waaqi dhugaa teenna akka te'e qaabadhu.