Genesis 31:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sorio gaara gubbaa qale, worra isaa ch'ufa gololaa wolti yaame. Sagale nyaannaani halkani suni achuma bulani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob gaara san irratti ciincaa ciincessee obboleewwan ufii buddeena akka nyaatan waame; isaanillee buddeena nyaatanii gaara san irra bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob gaara irratti ciincaa dhikeessee, sagalee akka nyaatanuuf fira ifii waame. Isaan nyaataneen duuba, halkan achi bulane.