Genesis 31:55 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariite jennaani Labaniini akhakhowanifi dubra isaa d'ungate eebise kae gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laabaanillee ganamaan ka'ee ijoollee dhiiraatii fi ta intalaa dhungatee isaan eebbise; Laabaan deebi'ee gara biyya ufii gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laabaan barii ganamaan ka'ee, akaakotaa fi durra ifii sunqatee, eebbise; achiin duuba inni gara mana ifii deebi'e.