Genesis 31:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi akanaani ree abba keesani iraa fuud'e naa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hoolota abbaa keessan irraa fuudhee naa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan Waaqi hoole'ee fi re'ee abbaa keessan irraa fuudhee naaf kenne.