Genesis 32:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
naasufi jaalala ta atini naa, hojattu tante, garsiifte anini himmalleefi. Anini duri gaafa galaana Yordani taake, ule tiyya male, woma tokole inqabu; amma gumifi hori karra lama kana qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama araaraa fi dhugaa garbicha keetii goote mara keessaa wonti diqqoonillee naaf hin malle ture; ulee tiyya callaa qabadhee Yoordaanosiin ceeye; amma ammo loltuu kutaa lamaa ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhi-laafumma'aa fi addatamummaan ati ana tajaajilaa keetitti mudhitte sun, naaf hin malle; yennaa qaraa ulee malee, ani womaa qabadhee laga Yordaanosii hin buune; amma golii lama tana woliin deebi'eera.