Genesis 32:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma si kad'ad'a, harka oboleesa kiyya Esau keesaa na baasi. Anini insodaad'a, aka inni d'ufe nu ch'ufa had'e balleesu, nad'eenifi ijoollele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessa kiyya Eesawuu harkaa na hambisi akka dhufee ana, haawwota manaa tiyyaa fi ijoollee tiyyallee hin balleessine waan sodaadheef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhufee ana, haadhoti'ii fi ijoollee hin ijjeesa fa'a jedhee waan sodaadheef, ati harka obboleessa kiyya Esaawuu jalaa akka na baachu si gaafadha.