Genesis 32:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini qara waan jette, Anini nagaya si guute si daraarse ijoolle heddu ta aka maansa galaana si tolcha jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati dhugamaan ‹Waan mishaa sii godha; fiixaa keellee baay'isee akka xidhacha galaanaa ka hin laakkayamnee godha› jettee turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Atuu, ‹Ani waan dansaa si'iif hin godha; sanyii teetille akka maansa abbaaya'aa, ka sababa bacinna isaatiif laakkowamuu hin dandeennee hin godha› jetteerta» jedhe.