Genesis 32:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hori kana karra karraani gargari baase hojattu isaati kenne waan jed'eeni, Na dura yaa, hori ch'ufa diqo woli hanqisa, oofa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tika hori'ii akkuma gosa isaaniitiin adda qoodee garboota ufiititti kennee; garboota ufiitiin, «Afoo deema'aatii tika hori'ii kanniin addaan fageessaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni horii kana cinna cinnaan qoqoodee, tajaajiltoota ifiititti kennee, «Anaan duratti dabara'aatii, wodhakkaa cinna cinna hori'iititti lafa lakkisa'a» jedhe.