Genesis 32:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini waan jettuuni, Horiini kunini ch'ufti ka hojattu tante Yakobooti, ka inni gudda isaa Esauu ergu. Innileeni faanuma teenna d'ufu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati hennaa san gooftaa kiyya Eesawu'uun «Kennaa garbichi kee Yaaqoob sii erge; kunoo inni nu duuba jira» jedhiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati, ‹Horiin kun ka tajaajilaa keeti Yaaqoobii ti. Inni horii kana goottaa kiyya Esaawu'uuf kennansa erge. Innille duuba keennaan dhufiisatti jira› jettaan» jedheen.