Genesis 32:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan isani jettani, Hojattuuni tante Yakobooni eege teenna jira. Yakobooni waan ufiini jed'e, Anini hori kana ch'ufa Esauu kenne, aka yo woli arginu inni garaa naa laafe biraa na deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Kunoo garbichi kee Yaaqoob nu duuba jira; kennaa afoo kiyya deemu kanaan araarama, achiin maayessa maal laataa garaa naa laafee fuula isaa arga» jedhee waan yaadeeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Kunoo, tajaajilaan keeti Yaaqoob nu duubaan dhufiisatti jira› jedha'aan» jedhee gorse. Yaaqoob, «Kennansa ani ifi dura ergeef kanaan Esaawu naa araarama fa'a. Achiin duuba ani yennaa isa dhagge, inni na fudhata fa'a te'a» jedhee yaade.