Genesis 32:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yakobooni gara oboleesa isaa Esau, ka lafa Edomu jiru, ufi dura nama erge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara obboleessa ufii gara Eesawu'uu biyya Eedoomii keessa hulee biyya Seeyir jedhamtutti ergamtoota ufii uf afoo ergee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob ifiin dura gara biyya Edoomii, gara lafa Se'iir jedhantuu obboleessa ifii Esaawutti ergantoota erge.