Genesis 32:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni fulla suni Penieli maqa baase waan jed'e, Ya Waaqaani fuula keesa wolargine iraa hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob, «Rabbiin addaata'atti arge; ammo ima jiraata'aara» jedhee maqaa hulee sanii «Phini'eel » jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobille, «Ani Waaqa fuula kiyya duratti dhaggee, haga ammaa jiru'uun jira» jedhe; tanaaf maqaa addee sanii, «Pheeni'el » jedhee moggaase.