Genesis 32:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Looni, harre, ree, hojattule inqaba. Qonqo d'eeta siti ergu jira, aka waan dabre ch'ufa atini biraa na deemtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loon, harriin, garboota dhiiraatii fi garboota intalaa argadhe; ammallee afoo keetitti yoo ka kabajjaa argadhuu gooftaa kiyyatti beessisu'uuf› jedhee» isaan erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani loonii fi harree, hoole'ee fi re'ee, tajaajiltoota dhiiraatii fi dubarti'ii qaba. Ani fudhatama akka dhaggadhuuf ergaa tana si goottaa kiyyatti himadha› jedheera Yaaqoob jedha'a» jedhe.