Genesis 32:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari ergani kaani dachae waan Yakobooni jed'e, Oboleesi kanke Esau ya garre; inninu nama d'ibba afuri fud'ate fuula keesa si d'ufu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ergamanillee gara Yaaqoobii deebi'anii «Gara obboleessa kee gara Eesawu'uu dhandhee turre; innillee si simachu'uuf namoota dhibba afurii woliin dhufa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti yennaa gara Yaaqoobii deebi'anee dhufane, «Nuuti gara obboleessa keeti Esaawuu dhandheerra; innille amma gara keeti dhufiisatti jira; namooti dhibba afuriille isa woliin jiran» jedhane.