Genesis 33:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni Esaufi jari isaa ka d'ibba afuri kaani, ka gadi d'ufu jirani arge jennaani ilmaani ta gari Lea qoode, ta gari Rahelii qoode, ammalle ta gari nad'eeni hojattu taani lamaaniti qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob ol jedhee Eesawuu dhufa'aaru arge; isa woliin namoota dhibba afuriititu jira; ijoollee ufiillee addaan qoodee gara Liya'aa, gara Raaheeliitii fi gara garboota lamaaniititti qoode.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob ol ilaalee, Esaawuun namoota dhibba afur woliin dhufiisatti jiruun dhagge; tanaaf inni ijoollee Liya'atti, Raahelii fi dubartoota tajaajiltoota lamaanitti qoqoode.