Genesis 33:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini sii d'ufeeni kana naraa fud'ad'u; Waaqi ya naa nahe na quubse. Yakobooni ituma d'owe fud'achiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan arjummaa ufiitiin naa kenneeruuf ani baay'ee qabaa kennaa eebbaa ka sii fide kana na irraa fudhadhu» jedheen; innillee irraa fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi arjumma'aan waan naaf barbaachisu mara waan kenneef, maganne'ee kennansa ani si'iif fide kana fudhadhu» jedhe. Yaaqoob waan isa uttiseef, Esaawu kennansa fudhate.