Genesis 33:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Esauuni waan jed'eeni, Yoosi eegi, jara kiyya ka gari sii lakisa. Jennaani Yakobooni waan jed'eeni, Hiyo, lakisi, womaniti, anini qara naasu tante ch'alla barbaadad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawullee, «Namoota na woliin jiran keessaa qoodee sii dhiisuu?» jedheen. Innillee, «Kun hin ta'u; gooftaa kiyya afo'otti gaachena argachuun na gaya» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Esaawu deebisee, «Namoota na woliin jiranu keessaa garii si biratti lakkisa» jedhe. Yaaqoob ammoo, «Ani fuula goottaa kiyyaa duratti fudhatama dhaggatiisa qofa malee, kun maaniif barbaachisa?» jedhe.