Genesis 33:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Esauuni waan jed'eeni, Worri anini qara baheeni suni maani? Worri kami kana? Yakobooni waan jed'eeni, Worri kiyyuma, ka anini naasu siraa fed'ad'a deemuuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawullee, «Tinni hori'ii ka uduu oofa'aaran arga'aaru kunniin maali'i?» jedhe. Yaaqoobillee, «Gooftaa kiyya; kun ka ani si biratti gaachena argachu'uuf sii erge» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Esaawu, «Horiin cinna cinnaan oofanuun dhagge kana maan yaaddee naaf ergite?» jedhee gaafate. Yaaqoob deebisee, «Goottaa kiyya, si duratti fudhatama dhaggatiisaaf erge» jedhe.