Genesis 34:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isanileeni lafa teenna keesa fulluma feetani nagayaani teetani, aka feetani dilaaltani horile horattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nu woliin taa'aa'a; laftillee kunooti ristii qabadha'aa daldalata'aa jiraadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
As biyya teenna keessa nu woliin turuu dandeettan; addee feetane le'aa, daldalataa lafa qabaatuu hin dandeettan» jedhe.