Genesis 34:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan feetani nati himad'a, ammalle hori qarat'a ka anini isanii baasu, haguma feetani nati himad'a; anini waan isani feetani ch'ufa isanii kenna, yo isani intala teesani ch'alla nati gurgurtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa baay'e'ee fi waan qaadhimaa waan isin fidi naan jettan maraa hin kenna, mucattii tana naa kennaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gatii intalaa haga feetane na gaafadha'a; isuma callaa fuudhuutii malee, waan isin feetane mara hin kenna» jedhe.