Genesis 34:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba gurbaani hojuma suni gale, waan intala Yakobo jaalateefi, waan Tahi jed'aniini ch'ufa tahe. Inni worra isaani keesa guddo gurra qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mucaanillee mucattii Yaaqoobii waan jaalateef waan isaan jedhan godhu'uuf hin harkifanne; inni worra mana abbaa isaa jiran maraa keessaa kabajjama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sheekem intala Yaaqoobii waan jaalateef, waan jedhame godhiisaaf hin turre; inni namoota mana abbaa ifii mara caalaa ulfinna qabaayyu.