Genesis 34:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hamorifi ilmi isaa Shekemuuni fulla fullo dira suni d'aqani waan biyyaani jed'ani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eemoorii fi ilmi isaa Seekeem gara raasaa qachaa ufii seenanii namoota qachaa saniitiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Hamoorii fi ilma isaa Sheekem gara karra qachaa ifii dhaqanee, namoota qachaa saniitiin,