Genesis 34:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoi worri kuni nu woliini tae nu worra taka taanu, yo nuleeni, aka worra, nama d'iira ch'ufa, qabanqaba qamnuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii tokko taanee nu woliin haa jiraatanii, isaan woma kana calla'aan maarre nuun jedhan; akka isaan gadooman nullee ijoollee dhiiraa teenna maraa uduu gadoomsinee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma isaanii, dhiirti teenna martinuu yoo haqanqabaa qabanne qofa isaaniin wolii gallee woliin leena; kolbaa tokkolle hin teena.