Genesis 34:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hori worraatifi wonti worri qabu ch'ufti teenna intaatu? Koota, wold'ageenna, aka worri nu woliini tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loon isaanii, wonti isaan qaban, horiin isaanii maruu keenna ta'a; woma kana callaa uduu maarre jennee silaa nu woliin jiraatan» jedhanii dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo akkana goone, loon isaanii, qabeennii fi horiin isaanii marti keenna hin te'anii motii ree? Waan isaan jedhane yoo wolii galle qofa, isaan nu woliin le'uu dande'an» jedhane.
Recommended Reading