Genesis 34:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa suni ch'ufti dubbi Hamoritiifi gurba isaa gula gale, nama worra ka d'iira ch'ufa qabanqaba qabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri qachattii san keessa jiraatan maruu maarre jedhan; dhiirri qachattii san keessa jiraatan maruu hin gadooman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qacha'aa marti yaada Hamoorii fi ilma isaa Sheekem dhikeessane irratti wolii galanee, dhiirti marti haqanqabaa qabatane.