Genesis 34:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya sadeeso, ato madaani kolaante jiitu, ilmaani Yakobo ta oboleyaani Dina lama, Simeonifi Lawiini, goraade guuratte d'ossaani dira suni duudde, nama d'iira ch'ufa fit'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'ootitti uduu isaan mada'aan jiran obboleewwan Diina'aa ijoolleen Yaaqoobii Simoonii fi Leewwiin guraadee ufii qabatanii sodaa malee gara qachatti'ii seenanii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadiin duuba, dhiirti haqanqabaa qabatte adoo hin fayyin, ilmaan Yaaqoobii lamaan, obboleeyyan Dina'aa Shimi'oonii fi Lewwiin, shallaagaa ifii fudhatanee, eennulle adoo hin beekin, gara qacha'aa seenanee, dhiira mara,