Genesis 34:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'iira ch'ufti hobaanaani ilmaani Yakobo dachaate dira suni soqatte, waan ch'ufa guuratte, aka haalo oboleeti worra ta fafeesani baaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yaaqoobii obboleettii isaanii Diinaa waan habaxeessaniif gara qachattii worra du'anii seenanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Yaaqoobii dhibiin reeffa irra dhufanee, sababa obboleettiin isaanii bantii baddeef, qachaa san saamane.