Genesis 34:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ree, looni, harrefi waan dirafi oobru keesati argani ch'ufa fud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolota isaanii, sa'oolee isaanii, harriin isaanii, waan qachaa keessa jiruu fi waan qacha'aan ala jiru maraa saaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hoole'ee fi re'ee isaanii, loon isaanii, harree isaanii, waan qachaa keessaatii fi alaa mara fudhatane.