Genesis 34:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri qabu ch'ufa fud'atani, nad'eenifi ijoolle boojiani, waan mana keesati argani ch'ufa itiini d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna isaanii maraa, daa'immanii fi dubartoota isaanii maraa booji'anii waan mana keessa jiru maraa saaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan gatii qabu mara fudhatanee, dubarti'ii fi ijoollee mara booji'anee, waan mana keessa jiru mara saamane.