Genesis 34:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo intalti sunini guddo mid'aadi arge jennaani jaalate isi dubbifate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onneen isaa jaalala Diinaa intala Yaaqoobiitiin qabamee isii jaalatee waan garaa isi'ii gammachiisu itti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo shaggummaa Dina'aatiin booji'amee, isii jaalatee, akka isiille isa jaalattuuf hawadate.