Genesis 34:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan jed'eeni, Nu nama oboleeti teenna aka sharmut'a iti tabatu iti lakimna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Wonti fedhellee yoo gale isaan obboleettii teenna akka dubartii seebartuu miidhaa irra geessanii cadhifnaa?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shimi'oonii fi Lewwiin deebisanee, «Sheekem obboleettii teenna akka sagaagaltitti'ii tolchuutii ree?» jedhane.