Genesis 34:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni aka intala isaa fafeesani d'agaye, ammo maro ijoolleeni isaa ala tikha jirtuufi woma tokole tolchu dide, haga isiini galtuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee mucattii ufii Diinaa akka inni habaxeesse haga dhagaye ijoolleen isaa loowwan woliin lafa gammoojji'ii waan jiraniif Yaaqoob haga isaan galaniif hin cadhise;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob intalti isaa Dinaan akka bantii badde dhage'e; ilmaan isaa ammoo horii isaa keessa ala waan jiranuuf, haga isaan deebi'anee dhufanutti cadhi jedhe.